Fakkeenya 4:23 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 23 Maddi jireenyaa isa keessaa waan argamuuf,Wantoota hundumaa caalaa garaa kee eeggadhu.+ Isaayyaas 59:17 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 17 Achiis inni akkuma kootii sibiilaatti qajeelummaa ni uffate,Baarmeexaa sibiilaa fayyinaas* mataa irra ni kaaʼate.+ Uffata haaloo baʼuu akkuma uffata isaatti ni uffate,+Hinaaffaas akkuma kootiitti* ofitti ni mare.
17 Achiis inni akkuma kootii sibiilaatti qajeelummaa ni uffate,Baarmeexaa sibiilaa fayyinaas* mataa irra ni kaaʼate.+ Uffata haaloo baʼuu akkuma uffata isaatti ni uffate,+Hinaaffaas akkuma kootiitti* ofitti ni mare.