Efesoon 6:17 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 17 Kana malees, baarmeexaa sibiilaa fayyinaa+ fi goraadee hafuuraa isa dubbii Waaqayyoo+ taʼe fudhadhaa; 1 Tasalonqee 5:8 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 8 Nuti warri kan guyyaa taane garuu, dandeettii hubannaa keenya haa eeggannu; uffata qomaa* amantii fi jaalalaas haa uffannu; akkasumas abdii fayyinaa akka baarmeexaa sibiilaatti haa kaaʼannu;+
17 Kana malees, baarmeexaa sibiilaa fayyinaa+ fi goraadee hafuuraa isa dubbii Waaqayyoo+ taʼe fudhadhaa;
8 Nuti warri kan guyyaa taane garuu, dandeettii hubannaa keenya haa eeggannu; uffata qomaa* amantii fi jaalalaas haa uffannu; akkasumas abdii fayyinaa akka baarmeexaa sibiilaatti haa kaaʼannu;+