Isaayyaas 59:17 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 17 Achiis inni akkuma kootii sibiilaatti qajeelummaa ni uffate,Baarmeexaa sibiilaa fayyinaas* mataa irra ni kaaʼate.+ Uffata haaloo baʼuu akkuma uffata isaatti ni uffate,+Hinaaffaas akkuma kootiitti* ofitti ni mare. 1 Tasalonqee 5:8 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 8 Nuti warri kan guyyaa taane garuu, dandeettii hubannaa keenya haa eeggannu; uffata qomaa* amantii fi jaalalaas haa uffannu; akkasumas abdii fayyinaa akka baarmeexaa sibiilaatti haa kaaʼannu;+
17 Achiis inni akkuma kootii sibiilaatti qajeelummaa ni uffate,Baarmeexaa sibiilaa fayyinaas* mataa irra ni kaaʼate.+ Uffata haaloo baʼuu akkuma uffata isaatti ni uffate,+Hinaaffaas akkuma kootiitti* ofitti ni mare.
8 Nuti warri kan guyyaa taane garuu, dandeettii hubannaa keenya haa eeggannu; uffata qomaa* amantii fi jaalalaas haa uffannu; akkasumas abdii fayyinaa akka baarmeexaa sibiilaatti haa kaaʼannu;+