Keessa Deebii 12:32 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 32 Wantan isin ajaju hundumaa of eeggannoodhaan raawwadhaa.+ Itti hin dabalinaa, irraas hin hirʼisinaa.+ Iyyaasuu 1:7 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 7 “Onnadhu, baayʼee cimi, guutummaa Seerichaa isa tajaajilaan koo Museen si ajaje hundumaas of eeggannoodhaan eegi. Bakka deemtu hundumaatti ogummaadhaan deddeebiʼuu akka dandeessuuf,+ isa irraa gara mirgaatti yookiin gara bitaatti hin gorin.+
32 Wantan isin ajaju hundumaa of eeggannoodhaan raawwadhaa.+ Itti hin dabalinaa, irraas hin hirʼisinaa.+
7 “Onnadhu, baayʼee cimi, guutummaa Seerichaa isa tajaajilaan koo Museen si ajaje hundumaas of eeggannoodhaan eegi. Bakka deemtu hundumaatti ogummaadhaan deddeebiʼuu akka dandeessuuf,+ isa irraa gara mirgaatti yookiin gara bitaatti hin gorin.+