1 Mootota 4:29 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 29 Waaqayyos ogummaa fi hubannaa guddaa, akkasumas gara balʼina* akka cirracha qarqara galaanaa taʼe Solomooniif ni kenne.+ Yaaqoob 1:19 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 19 Yaa obboloota koo jaallatamo, kana beekaa: Namni hundi dhaggeeffachuuf ariifataa, dubbachuuf suuta jedhaa,+ dheekkamuufis suuta jedhaa+ haa taʼu;
29 Waaqayyos ogummaa fi hubannaa guddaa, akkasumas gara balʼina* akka cirracha qarqara galaanaa taʼe Solomooniif ni kenne.+
19 Yaa obboloota koo jaallatamo, kana beekaa: Namni hundi dhaggeeffachuuf ariifataa, dubbachuuf suuta jedhaa,+ dheekkamuufis suuta jedhaa+ haa taʼu;