LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Uumama 26:8
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 8 Yeroo muraasa booda, Abimelek mootiin Filisxeemotaa karaa foddaatiin yommuu ilaalu, Yisihaaq haadha manaa isaa Ribqaadhaaf jaalala isaa yommuu ibsu*+ arge.

  • Uumama 29:20
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 20 Yaaqoobis Raaheliif jedhee waggaa torba ni tajaajile;+ haa taʼu malee, jaalala ishiidhaaf qabuun kan kaʼe waggoonni sun ija isaa duratti guyyoota muraasa qofa turan.

  • Weedduu Weedduu Caalu 8:6
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  6 Onnee kee irra akkuma chaappaatti na kaaʼadhu,

      Irree kee irras akkuma chaappaatti na kaaʼadhu,

      Sababiin isaas, jaalalli akkuma duʼaa cimaa dha,+

      Amanamummaanis* akkuma Awwaalaa* didaa dha.

      Laboobni isaa ibidda bobaʼu, labooba Yaahi.*+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi