Keessa Deebii 4:24 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 24 Sababiin isaas Waaqni keessan Yihowaan ibidda gubee balleessu,+ Waaqa guutummaatti akka isaaf bulan barbaadu dha.+ 1 Yohaannis 4:8 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 8 Namni jaalala hin argisiisne Waaqayyoon hin beeku; sababiin isaas, Waaqayyo jaalala.+
24 Sababiin isaas Waaqni keessan Yihowaan ibidda gubee balleessu,+ Waaqa guutummaatti akka isaaf bulan barbaadu dha.+