Baʼuu 34:6 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 6 Yihowaanis akkana jedhee labsaa isa dura darbe: “Yihowaa, Yihowaa Waaqa araara qabeessaa+ fi gara laafessa*+ taʼe, aariidhaaf suuta kan jedhu,+ jaalalli isaa inni amanamaanii+ fi dhugaan*+ isaa baayʼee kan taʼe, Miikiyaas 7:18 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 18 Waaqni akka keettiWarra dhaala isaa keessaa hafaniif+ balleessaa isaanii isaaniif dhiisuu fi dogoggora isaanii irra isaaniif darbu eenyu?+ Inni jaalala amanamaatti waan gammaduuf,Bara baraaf akkuma dheekkametti itti hin fufu.+ 1 Yohaannis 4:19 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 19 Inni dursee waan nu jaallateef,+ nuti jaalala ni argisiisna.
6 Yihowaanis akkana jedhee labsaa isa dura darbe: “Yihowaa, Yihowaa Waaqa araara qabeessaa+ fi gara laafessa*+ taʼe, aariidhaaf suuta kan jedhu,+ jaalalli isaa inni amanamaanii+ fi dhugaan*+ isaa baayʼee kan taʼe,
18 Waaqni akka keettiWarra dhaala isaa keessaa hafaniif+ balleessaa isaanii isaaniif dhiisuu fi dogoggora isaanii irra isaaniif darbu eenyu?+ Inni jaalala amanamaatti waan gammaduuf,Bara baraaf akkuma dheekkametti itti hin fufu.+