LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Fakkeenya 9:13-18
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 13 Dubartii gowwaan iyyitee dubbatti.+

      Ishiin beekumsa hin qabdu, wanta beektu tokko illee hin qabdu.

      14 Ishiin balbala mana ishii dura,

      Iddoowwan ol kaʼoo magaalattii irra barcuma irra teessee,+

      15 Warra achiin darban,

      Warra karaa isaanii qabatanii kallattiidhaan deeman akkana jettee waamti:

      16 “Namni muuxannoo hin qabne kam iyyuu, as haa dhufu.”

      Warra hubannaa* hin qabneenis akkana jetti:+

      17 “Bishaan hatame ni miʼaawa,

      Nyaanni dhoksaatti nyaatamus nama gammachiisa.”+

      18 Inni garuu warri duʼaan moʼaman achi akka jiran,

      Keessummoonni ishiis Awwaala* gad fagoo keessa akka jiran hin beeku.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi