LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Fakkeenya 2:18, 19
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 18 Sababiin isaas, manni ishii gara duʼaatti gad ni lixa,

      Daandiin ishiis gara warra duʼaan moʼamaniitti geessa.+

      19 Warri ishii wajjin walitti dhufeenya qaban* hin deebiʼan,

      Deebiʼaniis daandii jireenyaa hin argatan.+

  • Fakkeenya 7:23
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 23 Hamma xiyyi tiruu isaa waraanutti ishii duukaa deema;

      Akkuma simbira kiyyootti seenuuf ariifattuutti, innis wanti kun lubbuu isaa akka isa dhabsiisu hin beeku.+

  • Fakkeenya 7:26
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 26 Sababiin isaas, ishiin namoonni baayʼeen akka duʼan gooteetti,+

      Namoonni ishiin galaafattes hedduu dha.+

  • Fakkeenya 23:27, 28
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 27 Sababiin isaas, dubartii sagaagaltuun boolla gad fagoo dha,

      Dubartii baalageenis* boolla dhiphoo dha.+

      28 Ishiin akkuma saamtuutti riphxee eeggatti;+

      Lakkoofsa dhiirota amanamoo hin taanees ni baayʼisti.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi