LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Fakkeenya 5:3
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  3 Hidhiin dubartii addaggee* damma coccophsa,+

      Afaan ishiis zayitii caalaa laafa.+

  • Fakkeenya 5:5
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  5 Miilli ishii gara duʼaatti gad buʼa.

      Tarkaanfiin ishiis kallattiidhaan gara Awwaalaatti* geessa.

  • Fakkeenya 5:20
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 20 Yaa ilma koo, maarree ati dubartii addaggeedhaan* kan boojiʼamtu

      Yookiin dubartii baalagee* kan hammattu maaliifi?+

  • Fakkeenya 5:23
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 23 Adaba dhabuu isaatiin ni duʼa,

      Gowwummaa isaa isa hammana hin jedhamneenis karaa irraa ni maqa.

  • Fakkeenya 9:16-18
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 16 “Namni muuxannoo hin qabne kam iyyuu, as haa dhufu.”

      Warra hubannaa* hin qabneenis akkana jetti:+

      17 “Bishaan hatame ni miʼaawa,

      Nyaanni dhoksaatti nyaatamus nama gammachiisa.”+

      18 Inni garuu warri duʼaan moʼaman achi akka jiran,

      Keessummoonni ishiis Awwaala* gad fagoo keessa akka jiran hin beeku.+

  • Efesoon 5:5
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 5 Akkuma beektanii fi ofii keessanii hubattanitti, namni halaleen*+ yookiin namni xuraaʼaan yookiin namni sassata+ isa waaqolii tolfamoo waaqeffachuu taʼe raawwatu Mootummaa Kiristoosii fi Mootummaa Waaqayyoo keessatti dhaala tokko illee hin qabaatu.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi