Baʼuu 23:25 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 25 Waaqa keessan Yihowaa tajaajilaa;+ innis midhaan kee fi bishaan kee ni eebbisa.+ Ani si gidduudhaa dhukkuba nan balleessa.+ Fakkeenya 28:20 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 20 Namni amanamaan eebba hedduu argata,+Namni sooressa taʼuuf jarjaru garuu qulqulluu taʼee hin jiraatu.+
25 Waaqa keessan Yihowaa tajaajilaa;+ innis midhaan kee fi bishaan kee ni eebbisa.+ Ani si gidduudhaa dhukkuba nan balleessa.+
20 Namni amanamaan eebba hedduu argata,+Namni sooressa taʼuuf jarjaru garuu qulqulluu taʼee hin jiraatu.+