LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Keessa Deebii 4:6
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 6 Isin of eeggannoodhaan isaan hordofaa;+ sababiin isaas, kun saboota waaʼee dambiiwwan kana hundumaa dhagaʼan duratti isin ogummaa+ fi hubannaa+ akka qabdan argisiisa; isaanis, ‘Sabni guddaan kun dhugumaan saba ogeessaa fi hubannaa qabu dha’ jedhu.+

  • Faarfannaa 19:7
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  7 Seerri Yihowaa mudaa hin qabu,+ humna namaa haaressa.*+

      Yaadachiisni Yihowaa kan amanamu dha,+ isa muuxannoo hin qabne ogeessa godha.+

  • Faarfannaa 119:34
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  34 Seera kee akkan hojii irra oolchuuf,

      Garaa koo guutuudhaanis akkan isa eeguuf,

      Hubannaa naaf kenni.

  • Faarfannaa 119:100
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 100 Ajajawwan kee waanan eeguuf,

      Maanguddoota caalaa hubannaadhaan nan deddeebiʼa.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi