Faarfannaa 16:9 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 9 Kanaafuu, garaan koo ni gammada, guutummaan eenyummaa kootiis* ni ililcha. Tasgabbiidhaanis nan jiraadha.* Roomaa 12:12 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 12 Abdichatti gammadaa.+ Rakkina keessatti jabaadhaa dhaabbadhaa. Kadhannaatti jabaadhaa.+
9 Kanaafuu, garaan koo ni gammada, guutummaan eenyummaa kootiis* ni ililcha. Tasgabbiidhaanis nan jiraadha.*