-
Asteer 7:10Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
10 Kanaafuu, isaan jirma inni Mordekaayiif qopheesse irratti Haamaaniin ni fannisan; aariin mootichaas ni qabbanaaʼe.
-
-
Fakkeenya 5:22Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
22 Namni hamaan balleessaa ofii isaatiin kiyyoo keessa gala,
Wadaroo cubbuu isaatiinis ni qabama.+
-