- 
	                        
            
            Baʼuu 15:20, 21Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
20 Achiis Miiriyaam raajittiin ishiin obboleettii Aaron taate dibbee fudhatte; dubartoonni hundis dibbee rukutaa fi shubbisaa ishii duukaa buʼan. 21 Miiriyaamis dhiirota jalaa qabdee akkana jettee faarfatte:
“Ulfinni isaa guddaa waan taʼeef Yihowaa faarfadhaa.+
Inni farda sanaa fi abbaa fardaa sana galaanichatti darbateera.”+
 
 - 
                                        
 
- 
	                        
            
            Asteer 9:22Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
22 kunis kan taʼe, guyyoota sanatti Yihudoonni diinota isaanii irraa boqonnaa waan argataniif, akkasumas jiʼa sanatti gaddi isaanii+ gammachuutti, booʼichi isaaniis guyyaa ayyaanaatti waan jijjiirameef ture. Isaanis guyyoota kana guyyoota affeerraa fi guyyoota gammachuu, akkasumas yeroo nyaata itti waliif erganii fi hiyyeeyyiidhaaf kennaa itti kennan godhanii kabajuu qabu turan.
 
 -