Fakkeenya 17:27 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 27 Namni beekumsa qabu qusatee dubbata,+Namni hubannaa qabus tasgabbaaʼaa dha.*+ 1 Pheexiros 2:23 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 23 Yommuu isa arrabsan+ deebisee hin arrabsine.+ Yommuu rakkinni isa irra gaʼettis+ hin doorsisne; kanaa mannaa, isa qajeelinaan murteessu+ sanatti imaanaadhaan of kenne.
23 Yommuu isa arrabsan+ deebisee hin arrabsine.+ Yommuu rakkinni isa irra gaʼettis+ hin doorsisne; kanaa mannaa, isa qajeelinaan murteessu+ sanatti imaanaadhaan of kenne.