LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Leewwota 19:16
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 16 “‘Saba kee gidduu naannoftee maqaa hin balleessin.+ Lubbuu* namaa balleessuuf hin kaʼin.*+ Ani Yihowaa dha.

  • Fakkeenya 20:19
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 19 Namni maqaa namaa balleessu asii fi achi deemee iccitii saaxila;+

      Nama hamii jaallatutti* hin michoomin.

  • Fakkeenya 26:22
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 22 Dubbiin nama maqaa namaa balleessuu akkuma nyaata miʼaawuu ti;*

      Kallattiidhaan gara garaatti gad buʼa.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi