LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Leewwota 19:16
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 16 “‘Saba kee gidduu naannoftee maqaa hin balleessin.+ Lubbuu* namaa balleessuuf hin kaʼin.*+ Ani Yihowaa dha.

  • Fakkeenya 11:13
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 13 Namni maqaa namaa balleessu iccitii baasaa asii fi achi deema,+

      Namni amanamaan* garuu iccitii eega.*

  • Fakkeenya 25:9
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  9 Nama tokkoo wajjin dhimma kee irratti wal falmi,+

      Wanta iccitiidhaan sitti himame* garuu hin saaxilin,+

  • Fakkeenya 25:23
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 23 Bubbeen kaabaa bokkaa cimaa fida,

      Arrabni hamatus fuula aare fida.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi