-
Yaaqoob 5:3, 4Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
3 Warqii fi meetiin keessan ligidaaʼeera, ligidni isaaniis ragaa isinitti taʼa, foon keessanis ni nyaata. Wanti isin kuufattan guyyoota dhumaatti akka ibiddaa taʼa.+ 4 Ilaa, mindaan isin hojjettoota maasii keessan irraa midhaan isiniif sassaaban dhowwattan iyyaa jira; iyyi haamtonni gargaarsaaf dhageessisan gurra Yihowaa* Gooftaa Raayyaa bira gaʼeera.+
-