Isaayyaas 26:9 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 9 Guutummaan eenyummaa kootii* halkan si hawwa,Eeyyee, hafuurri koo yeroo hunda si eeggata;+Yommuu ati lafaaf murtii kennituttiJiraattonni lafa irraa waaʼee qajeelummaa ni baratu.+ Maatewos 5:6 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 6 “Warri qajeelummaa beelaʼanii fi dheebotan+ gammadoo dha; isaan ni quufu.+
9 Guutummaan eenyummaa kootii* halkan si hawwa,Eeyyee, hafuurri koo yeroo hunda si eeggata;+Yommuu ati lafaaf murtii kennituttiJiraattonni lafa irraa waaʼee qajeelummaa ni baratu.+