6 Isin of eeggannoodhaan isaan hordofaa;+ sababiin isaas, kun saboota waaʼee dambiiwwan kana hundumaa dhagaʼan duratti isin ogummaa+ fi hubannaa+ akka qabdan argisiisa; isaanis, ‘Sabni guddaan kun dhugumaan saba ogeessaa fi hubannaa qabu dha’ jedhu.+