LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Fakkeenya 5:12
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 12 Achiis akkana jetta: “Ani akkamittan adaba jibbe!

      Garaan koo akkamitti sirreeffama tuffate!

  • Fakkeenya 5:14
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 14 Guutummaa gumichaa gidduutti,*

      Guutummaatti baduu jala gaʼeen ture.”+

  • Ibroota 12:25
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 25 Isin isa dubbachaa jiru sana dhaggeeffachuu akka hin didne* of eeggadhaa. Namoonni isa lafa irratti akeekkachiisa Waaqayyo biraa dhufe dubbatu sana dhaggeeffachuu didan adaba irraa erga hin oollee, nuti isa samii irraa dubbatu+ sana irraa yoo garagalle akkamitti adaba jalaa ooluu dandeenya?

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi