LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Ibroota 1:2
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 2 Amma immoo dhuma guyyoota kanaatti karaa Ilma isaa+ isa dhaaltuu wanta hundumaa+ godhee muudee fi sirnoota* adda addaa karaa isaa uume+ sanaa nutti dubbate.

  • Ibroota 2:2-4
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 2 Dubbiin karaa maleekotaa dubbatame+ dhugaa taʼuun isaa erga mirkanaaʼee, akkasumas seera cabsuu fi ajajamuu diduu hundumaatiif adabni haqaa wajjin wal simu erga kennamee,+ 3 nuti fayyina guddaa kana yoo tuffanne akkamitti adaba irraa ooluu dandeenya ree?+ Sababiin isaas, kun jalqaba karaa Gooftaa keenyaa dubbatame,+ warri isa irraa dhagaʼan immoo nuuf mirkaneessan; 4 Waaqayyos mallattoodhaan, dinqiidhaan, hojii guguddaa garaa garaatiin,+ akkasumas hafuura qulqulluu isa akka fedhii isaatti hireen dhugaa baʼe.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi