Luqaas 4:22 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 22 Hundi isaaniis waaʼee isaa wanta gaarii dubbachuu jalqaban; kana malees, jechoota gaggaarii afaan isaa keessaa baʼan+ dinqisiifatanii, “Kun ilma Yoseef mitii?”+ jedhu turan. Qolosaayis 4:6 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 6 Nama hundumaatiif akkamitti deebii kennuu akka qabdan akka beektaniif, dubbiin keessan yeroo hunda gurratti kan toluu fi soogiddaan kan miʼeeffame haa taʼu.+
22 Hundi isaaniis waaʼee isaa wanta gaarii dubbachuu jalqaban; kana malees, jechoota gaggaarii afaan isaa keessaa baʼan+ dinqisiifatanii, “Kun ilma Yoseef mitii?”+ jedhu turan.
6 Nama hundumaatiif akkamitti deebii kennuu akka qabdan akka beektaniif, dubbiin keessan yeroo hunda gurratti kan toluu fi soogiddaan kan miʼeeffame haa taʼu.+