LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Faarfannaa 18:26
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 26 Nama qulqulluudhaaf qulqulluu ni taata,+

      Isa jalʼaatti garuu gamna taʼuu kee ni argisiista.+

  • Fakkeenya 6:14, 15
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 14 Garaa jalʼaadhaan,

      Yeroo hundumaa hammina yaada,+ wal morkiis ni babalʼisa.+

      15 Kanaan kan kaʼes, akkuma tasaa balaan isa irra gaʼa;

      Yeruma sana ni caba; fayyuus hin dandaʼu.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi