Uumama 2:24 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 24 Kanaafuu, namni abbaa isaa fi haadha isaa ni dhiisa, haadha manaa isaattis ni maxxana;* isaan foon tokko taʼu.+ Fakkeenya 5:18 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 18 Burqaan* bishaanii kee kan eebbifame haa taʼu,Haadha manaa dargaggummaa keettis gammadi,+
24 Kanaafuu, namni abbaa isaa fi haadha isaa ni dhiisa, haadha manaa isaattis ni maxxana;* isaan foon tokko taʼu.+