LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Iyyaasuu 14:1, 2
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 14 Lafti Israaʼelonni biyya Kanaʼaan keessatti dhaalaan fudhatan inni Eleʼazaar lubichi, Iyyaasuun ilmi Nuunii fi dura buutonni manneen abbootii gosoota Israaʼel akka dhaalaniif isaaniif kennan kana dha.+ 2 Akkuma Yihowaan karaa Musee ajajee turetti dhaalli isaanii gosoota sagalii fi walakkaadhaaf+ carraadhaan ni hirame.+

  • Nahimiyaa 11:1
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 11 Yeroo kanatti bulchitoonni sabichaa Yerusaalem keessa jiraatu turan;+ namoonni kaan garuu namoota kudhan keessaa namni tokko achi keessa akka jiraatuuf gara Yerusaalem ishii magaalaa qulqulluu taatetti fiduuf, akkasumas warri hafan salgan kaan immoo magaalota kaan keessa akka jiraataniif carraa ni buufatan.+

  • Fakkeenya 16:33
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 33 Carraan gudeeda irratti buufama,+

      Wanti karaa isaa murteeffamu hundi garuu Yihowaa biraa dhufa.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi