LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Keessa Deebii 8:14
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 14 garaan kee boonee+ Waaqa kee Yihowaa isa biyya Gibxii keessaa, mana garbummaa jalaa si baase,+

  • Keessa Deebii 8:16
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 16 inni gara fuulduraatti akka si fayyaduuf jedhee+ gad si qabuu+ fi si qoruuf lafa onaa keessatti mannaa abbootiin kee hin beekne si sooreera.+

  • Fakkeenya 4:13
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 13 Adaba cimsii qabadhu; hin gadhiisin.+

      Inni jireenya kee waan taʼeef, isa eegi.+

  • Ibroota 12:7
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 7 Jabaattanii dhaabbachuun keessan karaa adaba* itti argattan keessaa tokko akka taʼetti ilaalaa. Waaqayyo akka ilmaan isaatti isin ilaala.+ Ilmi abbaan isaa isa hin adabne eenyu?+

  • Ibroota 12:11
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 11 Dhugaa dha, adabni kam iyyuu yeroo sanatti kan gaddisiisu malee kan gammachiisu hin fakkaatu; sana booda garuu warra ittiin leenjifamaniif firii qajeelummaa isa nagaa isaaniif argamsiisa.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi