2 Saamuʼel 7:14 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 14 Ani abbaa isaa nan taʼa, innis ilma koo ni taʼa.+ Yommuu inni balleessaa raawwatu, ulee namootaatiin, harcummee* ilmaan namootaatiinis* isa nan adaba.+ Ibroota 2:10 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 10 Inni wanti hundi isaaf jiraatuu fi karaa isaa jiraatu ilmaan hedduu gara ulfinaatti fidaa jira.+ Kanaafuu, Bakka Buʼaa Guddaan fayyina isaaniif argamsiisu+ sun rakkinaan gaʼumsa akka qabaatu gochuun isaa sirrii ture.+
14 Ani abbaa isaa nan taʼa, innis ilma koo ni taʼa.+ Yommuu inni balleessaa raawwatu, ulee namootaatiin, harcummee* ilmaan namootaatiinis* isa nan adaba.+
10 Inni wanti hundi isaaf jiraatuu fi karaa isaa jiraatu ilmaan hedduu gara ulfinaatti fidaa jira.+ Kanaafuu, Bakka Buʼaa Guddaan fayyina isaaniif argamsiisu+ sun rakkinaan gaʼumsa akka qabaatu gochuun isaa sirrii ture.+