Fakkeenya 19:12 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 12 Aariin mootii akkuma gururiʼuu leencaa ti,*+Isa biratti fudhatama argachuun garuu akkuma fixeensa biqiltuu irra jiruu ti. Lallaba 10:4 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 4 Bulchaan tokko aariin* isaa yoo si irratti bobaʼe iddoo kee hin gadhiisin;+ sababiin isaas, tasgabbiin cubbuu guddaan akka hirʼatu ni godha.+
12 Aariin mootii akkuma gururiʼuu leencaa ti,*+Isa biratti fudhatama argachuun garuu akkuma fixeensa biqiltuu irra jiruu ti.
4 Bulchaan tokko aariin* isaa yoo si irratti bobaʼe iddoo kee hin gadhiisin;+ sababiin isaas, tasgabbiin cubbuu guddaan akka hirʼatu ni godha.+