Lallaba 8:2, 3 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 2 Ani akkanan jedha: “Waaqayyo duratti kakaa waan kakatteef,+ ajaja mootii eegi.+ 3 Fuula isaa duraa deemuuf hin ariifatin.+ Wanta hamaa taʼe kam iyyuu cinaa hin dhaabbatin;+ sababiin isaas, inni wanta barbaade gochuu dandaʼa;
2 Ani akkanan jedha: “Waaqayyo duratti kakaa waan kakatteef,+ ajaja mootii eegi.+ 3 Fuula isaa duraa deemuuf hin ariifatin.+ Wanta hamaa taʼe kam iyyuu cinaa hin dhaabbatin;+ sababiin isaas, inni wanta barbaade gochuu dandaʼa;