1 Mootota 1:5 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 5 Kana gidduutti Adoniyaa+ ilmi Haagiit, “Ani mootiin taʼa!” jechuudhaan of guguddisuu jalqabe. Inni gaarii fardaa abbootii fardeenii wajjin, akkasumas namoota 50 isa dura fiigan qopheeffate.+ 1 Mootota 1:7 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 7 Innis Yoʼaab ilma Zeruuyaa fi Abiyaataar+ lubichaa wajjin ni mariʼate; isaanis Adoniyaadhaaf gargaarsaa fi deggersa ni godhan.+ Fakkeenya 20:2 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 2 Naasisuun* mootii akkuma gururiʼuu leencaa ti;*+Namni aarii isaa kakaasu kam iyyuu lubbuu isaa balaadhaaf saaxila.+
5 Kana gidduutti Adoniyaa+ ilmi Haagiit, “Ani mootiin taʼa!” jechuudhaan of guguddisuu jalqabe. Inni gaarii fardaa abbootii fardeenii wajjin, akkasumas namoota 50 isa dura fiigan qopheeffate.+
7 Innis Yoʼaab ilma Zeruuyaa fi Abiyaataar+ lubichaa wajjin ni mariʼate; isaanis Adoniyaadhaaf gargaarsaa fi deggersa ni godhan.+
2 Naasisuun* mootii akkuma gururiʼuu leencaa ti;*+Namni aarii isaa kakaasu kam iyyuu lubbuu isaa balaadhaaf saaxila.+