LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 1 Mootota 2:22-24
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 22 Yeroo kanatti Solomoon Mootichi, “Ati, Adoniyaadhaaf Abishaag Shunaamittii qofa maaliif gaafatta ree? Inni obboleessa koo isa angafaa+ waan taʼeef, mootummichas isaaf gaafachuu dandeessa;+ Abiyaataar lubichii fi Yoʼaab+ ilmi Zeruuyaas+ isa deggeraa jiru” jedhee ishiidhaaf deebise.

      23 Yeroo kanatti Solomoon Mootichi akkana jedhee maqaa Yihowaatiin kakate: “Adoniyaan kana waan gaafateef, inni lubbuu isaa yoo dhabuu baate, Waaqayyo adaba guddaa na haa adabu. 24 Ammas Yihowaa isa jiraataa, isa akkuma waadaa galetti jabeessee na dhaabe,+ teessoo abbaa koo Daawit irra na kaaʼee fi mana naaf ijaareen*+ nan kakadha, Adoniyaan harʼa ni ajjeefama.”+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi