LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Fakkeenya 15:9
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  9 Yihowaan daandii nama hamaa ni jibba,+

      Nama qajeelummaa hordofu garuu ni jaallata.+

  • Fakkeenya 22:4
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  4 Gad of qabuu fi Yihowaa sodaachuun

      Badhaadhina, ulfinaa fi jireenya argamsiisa.+

  • Maatewos 5:6
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 6 “Warri qajeelummaa beelaʼanii fi dheebotan+ gammadoo dha; isaan ni quufu.+

  • Roomaa 2:6, 7
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 6 Inni nama hundumaatiif akka hojii isaatti deebisee ni kaffala:+ 7 warra hojii gaarii hojjechuutti jabaachuudhaan ulfina, kabajaa fi jireenya hin badne+ barbaadaniif jireenya bara baraa ni kenna;

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi