Fakkeenya 28:14 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 14 Namni yeroo hundumaa of eeggatu* gammadaa dha,Namni garaan isaa didaa akka taʼu godhu kam iyyuu garuu rakkina keessatti kufa.+ Fakkeenya 29:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 29 Namni yeroo baayʼee erga ifatamee booda boquu isaa jabeessu*+Akkuma tasaa ni caba, fayyuus hin dandaʼu.+
14 Namni yeroo hundumaa of eeggatu* gammadaa dha,Namni garaan isaa didaa akka taʼu godhu kam iyyuu garuu rakkina keessatti kufa.+
29 Namni yeroo baayʼee erga ifatamee booda boquu isaa jabeessu*+Akkuma tasaa ni caba, fayyuus hin dandaʼu.+