-
2 Mootota 4:1Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
4 Haadhotii manaa ilmaan raajotaa+ keessaa ishiin takka, “Tajaajilaan kee abbaan manaa koo duʼeera; tajaajilaan kee yeroo hunda Yihowaa kan sodaatu akka ture ati iyyuu akka gaariitti beekta.+ Namichi liqii nu irraa qabu tokko ilmaan koo lamaan fudhatee garboota godhachuuf dhufeera” jettee Eelsaaʼitti iyyatte.
-
-
Maatewos 18:25Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
25 Haa taʼu malee, namichi liqii isa irra jiru wanta ittiin kaffalu waan hin qabneef gooftaan isaa, inni, haati manaa isaa, ijoolleen isaa fi wanti inni qabu hundi gurguramanii liqichi akka kaffalamu ajaje.+
-