LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Baʼuu 21:7
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 7 “Namni tokko intala isaa akka garbittiitti yoo gurgure; ishiin akkaataa garbichi tokko bilisa itti baʼutti bilisa hin baatu.

  • Leewwota 25:39
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 39 “‘Obboleessi kee sitti dhihoo jiraatu tokko hiyyoomee yoo sitti of gurgure,+ hojii garbummaa akka siif hojjetu isa hin dirqisiisin.+

  • 2 Mootota 4:1
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 4 Haadhotii manaa ilmaan raajotaa+ keessaa ishiin takka, “Tajaajilaan kee abbaan manaa koo duʼeera; tajaajilaan kee yeroo hunda Yihowaa kan sodaatu akka ture ati iyyuu akka gaariitti beekta.+ Namichi liqii nu irraa qabu tokko ilmaan koo lamaan fudhatee garboota godhachuuf dhufeera” jettee Eelsaaʼitti iyyatte.

  • Nahimiyaa 5:8
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 8 Achiis, “Nuti hamma nuuf dandaʼametti Yihudoota obboloota keenya taʼan warra sabootatti gurguramanii turan deebisnee binnee turre; maarree, isin amma obbolootuma keessan ni gurgurtuu?+ Isaan deebiʼanii nutti gurguramuu qabuu?” jedheen isaanitti dubbadhe. Yeroo kanatti isaan wanta dubbatan dhabanii callisan.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi