Fakkeenya 20:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 20 Daadhiin wayinii qoostuu,+ dhugaatiin alkooliis gadhiisii nama godha;+Namni isaaniin daandii irraa jalʼatu kam iyyuu ogeessa miti.+ Efesoon 5:18 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 18 Akkasumas, jireenya gadhiisiidhaaf* waan isin saaxiluuf, daadhii wayiniitiin hin machaaʼinaa;+ kanaa mannaa, hafuuraan guutamuu keessan itti fufaa.
20 Daadhiin wayinii qoostuu,+ dhugaatiin alkooliis gadhiisii nama godha;+Namni isaaniin daandii irraa jalʼatu kam iyyuu ogeessa miti.+
18 Akkasumas, jireenya gadhiisiidhaaf* waan isin saaxiluuf, daadhii wayiniitiin hin machaaʼinaa;+ kanaa mannaa, hafuuraan guutamuu keessan itti fufaa.