25 “Nama si himatee wajjin gara mana murtii utuu deemaa jirtuu dafiitii dhimmichaaf furmaata kenni; taʼuu baannaan garuu, namni si himate sun abbaa murtiitti dabarsee si kenna; abbaan murtii sun immoo waardiyyaa mana murtiitti dabarsee si kenna; atis mana hidhaatti galfamta.+