Fakkeenya 22:10 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 10 Nama qoostuu taʼe of biraa ariʼi,Morkiinis ni bada;Falmii* fi arrabsoon ni dhaabbata. Yaaqoob 3:6 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 6 Arrabnis ibidda dha.+ Arrabni kutaa qaamaa keenya keessatti addunyaa jalʼinaa bakka buuti; ishiin guutummaa qaamaa xureessiti,+ akkasumas guutummaa daandii jireenyaa* gubdi, ofii ishiis Gahaannam* keessatti gubatti.
6 Arrabnis ibidda dha.+ Arrabni kutaa qaamaa keenya keessatti addunyaa jalʼinaa bakka buuti; ishiin guutummaa qaamaa xureessiti,+ akkasumas guutummaa daandii jireenyaa* gubdi, ofii ishiis Gahaannam* keessatti gubatti.