Fakkeenya 25:27 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 27 Baayʼisanii damma nyaachuun gaarii miti,+Ulfina ofii barbaaduunis ulfina miti.+ Ermiyaas 9:23 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 23 Yihowaan akkana jedha: “Namni ogeessi ogummaa isaatti hin boonin;+Namni jabaan jabina isaatti hin boonin;Namni sooressis sooruma isaatti hin boonin.”+ 2 Qorontos 10:18 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 18 Sababiin isaas, fudhatama kan argatu nama gaʼumsa akka qabu godhee of dhiheessu utuu hin taʼin,+ nama Yihowaan* akka inni gaʼumsa qabu ibsu dha.+
23 Yihowaan akkana jedha: “Namni ogeessi ogummaa isaatti hin boonin;+Namni jabaan jabina isaatti hin boonin;Namni sooressis sooruma isaatti hin boonin.”+
18 Sababiin isaas, fudhatama kan argatu nama gaʼumsa akka qabu godhee of dhiheessu utuu hin taʼin,+ nama Yihowaan* akka inni gaʼumsa qabu ibsu dha.+