LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Fakkeenya 27:2
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  2 Namni kan biraan* si haa jaju malee, afaan kee si hin jajin;

      Namoota kaan* malee, arrabni kee si hin jajin.+

  • Yohaannis 5:44
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 44 Isin walii keessaniif ulfina kan kennitan, ulfina Waaqa tokkicha biraa dhufu garuu kan hin barbaanne erga taʼee, akkamitti amanuu dandeessu ree?+

  • Filiphisiyus 2:3
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 3 Gad of qabuudhaan warri kaan akka isin irra caalan godhaa yaadaa+ malee, morkiidhaan yookiin of tuulummaadhaan+ kakaatanii waan tokko illee hin godhinaa;+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi