Fakkeenya 10:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 10 Fakkeenya Solomoon.+ Ilmi ogeessi abbaa isaa ni gammachiisa,+Ilmi gowwaan garuu haadha isaa ni gaddisiisa. Fakkeenya 23:15 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 15 Yaa ilma koo, garaan kee ogeessa yoo taʼe,Garaan koo ni gammada.+ 2 Yohaannis 4 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 4 Akkuma ajaja Abbaa irraa fudhannetti, ijoollee kee keessaa tokko tokko dhugaa keessa deddeebiʼaa akka jiran waanan beekeef baayʼee gammadeera.+
10 Fakkeenya Solomoon.+ Ilmi ogeessi abbaa isaa ni gammachiisa,+Ilmi gowwaan garuu haadha isaa ni gaddisiisa.
4 Akkuma ajaja Abbaa irraa fudhannetti, ijoollee kee keessaa tokko tokko dhugaa keessa deddeebiʼaa akka jiran waanan beekeef baayʼee gammadeera.+