Fakkeenya 27:11 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 11 Isa na arrabsuuf deebii kennuu akkan dandaʼutti,+Yaa ilma koo, ogeessa taʼi, garaa koos gammachiisi.+ 3 Yohaannis 4 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 4 Ijoolleen koo dhugaa keessa deddeebiʼaa akka jiran dhagaʼuu caalaa wanti gammachuu guddaa naaf argamsiisu* hin jiru.+
11 Isa na arrabsuuf deebii kennuu akkan dandaʼutti,+Yaa ilma koo, ogeessa taʼi, garaa koos gammachiisi.+
4 Ijoolleen koo dhugaa keessa deddeebiʼaa akka jiran dhagaʼuu caalaa wanti gammachuu guddaa naaf argamsiisu* hin jiru.+