Fakkeenya 23:4, 5 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 4 Qabeenya argachuuf of hin dhamaasin.+ Takka dhaabbadhuutii hubannaa akka qabdu argisiisi.* 5 Ija kee yommuu irra buufattu, inni achitti hin argamu,+Sababiin isaas, inni qoochoo* akka risaa baasee gara samiitti barrisa.+ 1 Ximotewos 6:17 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 17 Warri sirna* ammaa keessatti sooreyyii taʼan, akka of hin tuulle, akkasumas abdii isaanii badhaadhina hin amansiisne+ irra utuu hin taʼin, Waaqa isa wantoota itti gammannu hunda baayʼinaan nuu kennu+ irra akka kaaʼatan ajaji.
4 Qabeenya argachuuf of hin dhamaasin.+ Takka dhaabbadhuutii hubannaa akka qabdu argisiisi.* 5 Ija kee yommuu irra buufattu, inni achitti hin argamu,+Sababiin isaas, inni qoochoo* akka risaa baasee gara samiitti barrisa.+
17 Warri sirna* ammaa keessatti sooreyyii taʼan, akka of hin tuulle, akkasumas abdii isaanii badhaadhina hin amansiisne+ irra utuu hin taʼin, Waaqa isa wantoota itti gammannu hunda baayʼinaan nuu kennu+ irra akka kaaʼatan ajaji.