LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 1 Mootota 17:1-3
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 17 Yeroo kanatti Eeliyaas*+ Tishbichi inni Giiliyaad+ keessa jiraatu Ahaabiin, “Yihowaa Waaqa Israaʼel isa jiraataa isa ani tajaajiluun* nan kakadha, ajaja kootiin yoo taʼe malee waggoottan kanatti fixeensis taʼe bokkaan hin jiraatu!” jedhe.+

      2 Dubbiin Yihowaa akkana jedhus gara isaa ni dhufe: 3 “Asii baʼiitii gara kallattii bahaatti deemi; Sulula Keriit* isa Yordaanos irraa gara bahaatti argamu keessas dhokadhu.

  • Fakkeenya 29:2
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  2 Yeroo qajeelonni baayʼatan uummanni ni gammada,

      Yeroo namni hamaan bulchu garuu uummanni ni aada.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi