LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Nahimiyaa 5:15
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 15 Bulchitoonni na dura turan garuu, sabicha irratti baʼaa feʼanii turan; akkasumas guyyaa guyyaadhaan daabboo fi daadhii wayiniitiif meetii sheeqilii* 40 isaan irraa ni fudhatu turan. Tajaajiltoonni isaaniis sabicha ni cunqursu turan. Ani garuu Waaqayyoon waanan sodaadhuuf+ akkana hin goone.+

  • Amoos 4:1
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 4 “Isin saawwan Baashaan,

      Warri gaara Samaariyaa irra jirtan,+

      Isin dubartoonni warri namoota rakkatoo cunqursitanii+ fi hiyyeeyyii caccabsitan,

      Isin warri abbootii manaa* keessaniin, ‘Wanta dhugnu nuuf fidaa!’ jettan dubbii kana dhagaʼaa.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi