Faarfannaa 37:34 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 34 Yihowaa abdadhu, daandii isaas hordofi,Innis lafa akka dhaaltuuf ol si qaba. Yommuu hamoonni badan+ ni argita.+ Mulʼata 18:20 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 20 “Yaa samii, wanta ishii irra gaʼetti gammadi!+ Isin qulqulloonni,+ ergamoonnii fi raajonnis gammadaa! Sababiin isaas, Waaqayyo isiniif jedhee murtii isaa ishii irratti dabarseera.”+
34 Yihowaa abdadhu, daandii isaas hordofi,Innis lafa akka dhaaltuuf ol si qaba. Yommuu hamoonni badan+ ni argita.+
20 “Yaa samii, wanta ishii irra gaʼetti gammadi!+ Isin qulqulloonni,+ ergamoonnii fi raajonnis gammadaa! Sababiin isaas, Waaqayyo isiniif jedhee murtii isaa ishii irratti dabarseera.”+