LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Fakkeenya 18:12
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 12 Kufaatii dura garaan namaa of tuula,+

      Ulfina argachuu duras gad of qabuun jira.+

  • Maatewos 18:4
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 4 Kanaafuu, namni akka mucaa xinnoo kanaatti gad of qabu kam iyyuu, Mootummaa samii keessatti hundumaa irra kan caalu taʼa;+

  • Filiphisiyus 2:8, 9
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 8 Kana malees, yeroo nama taʼee dhufe,* gad of qabuudhaan hamma duʼutti, jechuunis hamma muka dhiphinaa* irratti fannifamee duʼutti+ ajajamaa taʼe.+ 9 Kanaan kan kaʼes, Waaqayyo iddoo hunda caalu isaaf kennuudhaan ol isa godhe;+ akkasumas maqaa maqaa kan biraa kam irra iyyuu caalu gaarummaadhaan isaaf kenne;+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi